Hogganaa I/Aanaan Biiroo Bulchinsaafi Nageenyaa Oromiyaa Koloneel Abbabaa Garasuu ... Ajjeechaa kana dura hidhattoonni Waraana Bilisummaa Oromoo kan mootummaan ABO-Shanee jedhee waamu aanichatti ...
Madda suuraa, Getty Images Ibsa waa'ee suuraa, Lolaafi hookkara godinoota Oromiyaa keessa adeemaa jiruun dhalattoota Amaaraa dabalatee haleellaan raawwateera Seenaa Jimjimoon, dhaabbata Oromo ...
Oongee fi Busaan jiraattota Oromiyaa lixaa miidhaa jira jechuun hawasni Oromoo birmataa jiraa jedhu warri dubbifne. Obbo Naasir Kaliil warra Australia Melbourne irraa odeeffatne, akkasumas obbo ...
Hawaasni Oromoo magaalaa Melbourne du'a obbo Baatee ... aanga'oonni Itoophiyaa ajjeechaa hogganaa mormaa beekamaa kana irratti naannoo Oromiyaa jeequmsa keessa jiruu keessatti raawwatameen ...