Itti gaafatamaa Paarkii Biyyaalessaa Gaarreewwan Arsii kan ta'an Obbo Mohaammad Tiifoo BBC'tti akka himanitti guyyoota jaha darban balaan abiddaa hammaatee turen gandoonni hedduu miidhamuullee ibsan.
Ibsa waa'ee suuraa, Akka abbaan alangee BBC'tti himanitti, nami kuni dhimma dhuunfaa abbaa ilmaa waliin qabaniin ajjeechaa suukaneessaa raawwatan 30 Bitooteessa 2023 Manni murtii Godina Arsii ...
Hawaasni Oromoo magaalaa Melbourne du'a obbo Baatee Urgeessaa irratti qorannoon bal'aan akka gaggeeffamu gaafachuuf hiriira qopheessee jira. Obbo Battee Urgeessaa, miseensiAdda Bilisummaa Oromoo ...
Gada is a traditional system of governance of the Oromo people in Ethiopia developed from knowledge gained over generations. It regulates political, economic, social and religious activity serving as ...