Nyaata aadaa, meeshaalee aadaa fi sirnoota aadaa biyyaa calaqqisiisan hedduutu manasheetti argama. Sooyyomee Abdiisaa akkamiin akka gara UAE imalte, mana nyaataa Kiilolee banattee fi waliigalatti ...
Mana isaanii keessattis nyaata aadaa Sudaaniifi Masrii akkasumas Afaan Arabaa fa'inillee ni dubbatu. Bakka hojiitti dandeetti afaan isaa kan ilaalan seenaa duuba isaatii beeku hin danda'an ture.
Fakkeenyi walxaxaa fi ulfaataa tekinooloojii fi aadaa Saboota duraa(first nation) karaa hodhaa adda addaa mul’ifama. Warri uffata hoddhan meeshaalee bareedinaas ni ...
According to the police, the messenger having realised that he had run over the deceased person disappeared from the scene without reporting the matter to the police. He was later arrested ...
Resumee qopheeffachuuf seerri uggurrii qabu hin jiru, akka ogeessa dhimma ummataa fi aadaa Ravi Moerman jedhutti. Gosa adda addaa hedduu illee uummachuu dandeessu. Resumeen kun waraqaa fuula lama ...