Ibsa waa'ee suuraa, Ministirri Dhimma Alaa US MM Abiy Ahimad waliin marii gaggeessaniin haala Oromiyaa keessaarratti ''yaaddoo'' ibsuu isaanii himaniiru. Gama mootummaa wanti jedhame hin jiru.
Paartileen mormituu keessumaa Oromiyaa keessa socho'an osoo hirmaatanii ... ilaalchi siyaasaa biyya kana keessa jiran hundi walgahuun alaabaa akkam haa godhannu, heera akkamii haa tolfannu ...
Yoo shaarkii argan lubbu baraartotnii fi ogeessotni waan Sagalee dhageessisu fayyadamuun akkasumas alaabaa diimaa fi adii mul’isuun akka namootnidhagahanii fi arganii hatattamaani bishaan kees ...